Waarii Mooraa Fugug.

Waarii Mooraa Fugug. Waariin waaree booda

01/05/2026

đź”´ Miseensi Seeneetii Yuunaayitid Isteetis Beernii Saandars Tiraampiin salphisuun, "dadhabaa" fii "dureessa sassataa" jechuun abaare.
đź”´ Ameerikaan waraana Iraan irratti guyyoota 50 qofa keessatti tilmaamaan doolaara biiliyoona 9 ol baasteetti. Maddi maallaqa kanaa eessaa akka ta'e hin beeku, garuu dhugumatti diinagdee Ameerikaa keessaa ta'uu hin danda'u. Pirezidaantii sassataa Tiraampiin gaaffiin koo:
đź”´ Maallaqni kun hiyyeeyyii Ameerikaatiif ykn hiyyeeyyii biyyoota Addunyaa biroof, keessattuu Afrikaaf hin ta'u turee? Maallaqni kun hiyyeeyyiin Addunyaa hundi akka beelaan dhuman gochuu mannaa, gammachuu akka argatan gochuu danda'a ture.
đź”´ Waan yeroo ammaa deemaa jiru kanaan ani hin gammadne. Pirezidaantiin sassataan Tiraamp nama hin jaallatu; inni badiinsa dhala namaa hunda fedha. Inni fii warri yaada isaa deeggaran hatattamaan dhabamsiifamuu qabu.

👉 Maddi Maallaqaa Arabootaa tanaaf Biyyoota Namaa deemee jeeqa!

Faayidaa dubartii sirra guddoo fuudhun qabdu.*******************************************Dubartii sirra guddoo taate fuud...
01/05/2026

Faayidaa dubartii sirra guddoo fuudhun qabdu.
*******************************************
Dubartii sirra guddoo taate fuudhuun jireenya keessatti faayidaa hedduu kan qabu yoo ta'u, keessattuu bilchina yaadaa fi tasgabbii sammuu waan qabduuf jaalala bareedduu siif kennuu dandeessi. Dubartiin muuxannoo jireenyaa qabdu dhimmoota jireenyaa bifa gaariin hubatti, jaalala sirritti sitti mi'eessiti, akkasumas murtiiwwan bilchaataa ta’an kennuudhaan maatiidhaaf utubaa ta’uu dandeessi. Sababa muuxannoo isheetiif, lola xixiqqoo fi wal-shakkii bu’uura hin qabne irraa fagaachuun, nagaa fi jaalala jireenya gaa'ilaa keessatti uumuuf carraa bal’aa qabdi. Kana malees, karaa dinagdeetiin of dandeessuu taanan jireenya keessan fooyyessuf wajji hojjattanii galma yaadde ga'uuf humna dabalataa siif ta'a. Garuu wanni bu'aa qabu hundi miidhas akkuma qabu umriin ishiin si caalun rakkoo tokko tokko qabaatuu danda'a. Keessattuu jechi namaa hamilee si xuquu danda'a. Walumaagalatti, walitti dhufeenyi keessan kabajaa fi jaalala irratti kan hundaa'e taanan umriin humaa mitii fuudhi! Dhiira qofaatu umrii caaluu qaba wanni jedhu hin jiru. Kanaaf warri dubartii diinggeen of dandeessuu taate, argattanii ykn jaalala dhugaa wal jaalattanii umriin na caalti jettanii sodaattan isiniif taanan wal hubannaan jiraannan fuudhaa!
Hub: Dhimmi kun namaa namatti garaagarummaa qaba. Wanni tokko ta'u tokkoof hin ta'u. Amaluma jireenyatu kana qaba waan ta'eef garaagarummaa numa jira. Garuu ilaalchi dogoggoraa dubartii sirra guddoo fuudhun hin taatu jedhu kun baduu qaba! Kan jaalatus kan hin jaalannes haa jiraatu namuu!
Ulfaadhaa! Fayyaa dayaa!

©️ Dr. Hamzaa Jamaal

29/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard!
Abdujalil M Ahmaxalaa,
Sylvia Parague Richards II,
Caalaa Hbb

18/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard!
Ramprakash Prajapati,
Lammii Fufaa,
Ni Eric Sen,
Sam Mor

15/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard!
Ramprakash Prajapati,
Lammii Fufaa,
Ni Eric Sen,
Sam Mor

08/04/2026
08/04/2026

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waarii Mooraa Fugug. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Waarii Mooraa Fugug.:

Share

Category