Oromo protes

Oromo protes Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromo protes, Arts and entertainment, Cairo.

Biritaaniyaa keessattidha, mucaan durbaa tokko qullaa deemaa utuu jirtuu taaksii hojii hojjechuuf maamiltoota dhaabbatee...
31/01/2022

Biritaaniyaa keessattidha, mucaan durbaa tokko qullaa deemaa utuu jirtuu taaksii hojii hojjechuuf maamiltoota dhaabbatee eeggachaa jiru bukkee daandiitti argitee utaaltee keessa seente. Konkolaachisichi Lammii chayinaa ture. Intalli gaafa isheen seentu raajeffateedhuma rifeensa mataasheetii hamma qeensa miilaa tti ilaaluu jalqabe. Ishee garuu dhibaa hin jiru lafa dhaquu barbaaddu ibsuufii jalqabde. Konkolaachisichi garuu gaaffii deebii hin arganne waan qabuuf callisee rifeensashee amma miila ishee ilaaluu itti fufe. Isheenis haalasaa ilaaltee "Ati durba wayyaa hin keewwanne argitee hin beektumoo?" jettee gaafatte. Konkolaachisichis akkas iedhee deebiseef....
🤔.... Obboleettiiko qullaa deemuunkee nan Ajaa'ibne... Garuu ergan si tajaajilee booda maallaqi ati naaf kaffaltu eessa akka jirutu gaaffii natti ta'e" jedheen.......

Ilaa obboleessako...... Addunyaa kanarra yeroo jiraattu akka Konkolaachisaa kanaa waan si ilaallatu qofarratti xiyyeeffadhu. Halkaniif guyyaa dhimma sin ilaallanne keessa seentee haasa'aa ooluun bu'aa ati argattu tokko hin jiru. Hanga dandeessetti namaaf gaarii godhi garuu jireenya nama dhuunfaa abbaama qabeenyaaf(namuma sanaaf) dhiisi.🤷‍♂️

29/04/2021

ETHIOPIA Tana silaa ibiddan itti kaaya

garuu juwaarttu keeysa jiraa maalin godha_?? 😜😜

Address

Cairo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo protes posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share