Taajuu shaw

Taajuu shaw Xalayaa Jaalalaa

Oromoo Jawar Yaada Abbaa isaatu itti jira fakkaata. Abshiir Abbaa kee yeroo dhiyootti Qabsoo ummata Oromoo, qabsoo Qeerr...
08/09/2020

Oromoo Jawar Yaada Abbaa isaatu itti jira fakkaata. Abshiir Abbaa kee yeroo dhiyootti Qabsoo ummata Oromoo, qabsoo Qeerroofi Qarree Oromiyaan ni hiikama!!
Ilma Leenca kana Eebbisaa!!

Dubbii Jawar Mohammed dhaddacha irratii har’a dubbatee keessa muraasa“Umrii keenya guutuu kan nuti qabsoofne haqaafi. fi...
07/09/2020

Dubbii Jawar Mohammed dhaddacha irratii har’a dubbatee keessa muraasa

“Umrii keenya guutuu kan nuti qabsoofne haqaafi. firii qabsoo keenyaan Abbootii murtii abdii borii ta’an kunoo argineerra. Wantii kun garuu hamma gandaa fi aanaatti deemu qaba. Abbootiin alangaa dhiibbaa mootummaa isinirra jiru ni hubanna. Isiin garuu ogummaa keessanii fi dhugaa dhaaf amanamoo ta’aa. Dhiibbaa siyaasaati bilisa ta’aati hojjadhaa. Poolisoonni asiiti eegumsa nuu godhaa jirtanii kabajaa fi eegumsa nuu gootaniif heedduu galatooma. Eegumsa kana garuu namoota akka keenya beekkamtii qabaniif qofa ta’uu hin qabu. Warra mana hidhaa Oromiyaa guutuu keessa jiraaniif eegumsaa fi kabaja keennaafi. Hin ajjeesina hin reebinaa. Nutii hidhamtoota siyaasaati . Kan nutii hidhamne garaagarumma mootummaa wajjiin qabnuuni . Namoota hidhuun , ajjeesuuni fi biyya akka baqatan gochaa biyyii nagaan itti fuftee hin jirtu . Biyyoonni baayye haala kanaan diigamaniiru .Nuti kan hidhamnee mirga oromoo hin gurgurruu waan jenneefi dha .Oromoo hidhuun jijjiiramni hin dhufu. Namoonnii kuma dhibbaan kan biyya keenyaati baqachaa jiraan sababni isaa hidhaafi ajjeecha as jiruu irraa ka’eetii. Mucaa keenya Hachaaluu ajjeesani , hoggantoota hidhanii , dubartoota keenya gudeeda fi ajjeesaa biyya kan diigaa jirtanii isiin warra mootummaati. Mootummaan ni dhufa ni darba. Biyyi garuu akka itti fufu yoo barbaadame haqa kabachiisaa. Haqi angaawoota mootummaatiin olii.” Samuel Bekele irraa

06/09/2020

እውነተኛ የሕዝቦች አጋርነት፣ ከብሔሮች መብቶችና ጥቅሞች ተፈጥሮአዊ ተመሳሳይነት የመነጨ ነው!
=================
ከትግራይ፣ ከወላይታ፣ ከሲዳማ፣ ከከምባታ፣ ከስልጤ፣ ከሃዲያ፣ ከጎፋ፣ ከቅማንት፣ ከአገው፣ ከጉራጌ፣ እና ከሌሎች ጭቁን የኢትዮጵያ ብሔሮች ጋር በአጋርነት የምንቆመው፣ በተራ ስልታዊ የፖለቲካ ስሌት (ማለትም፣ tactical political calculation) ላይ ተመርኩዘን አይደለም። ከመብት፣ ከጥቅም፣ እና ተመሳሳይነት ካለው የትግል ታሪክ የሚመነጭ፣ ተመሳሳይና ተደጋጋፊ ስትራቴጂካዊ ግብ ስለሚያይዘን ነው።

ከነዚህ ጭቁን ብሔሮች የፖለቲካ ኃይሎች ጋር፣ ሳንነጋገርም እንኳን የምንግባባበት፣ ተፈጥሮአዊ የሆነ፣ በመርህ ላይ የተመሠረተ፣ እጅ ለእጅ የሚያያይዝ አጋርነት ስላለ ነው።

ለሥልጣን ሽሚያ እና ለንብረት ዘረፋ የሚደረግ የጸረ-ዴሞክራሲ ኃይሎች ስልታዊ ትብብር፣ የተቀራመቱትን ሥልጣንና የዘረፉትን ንብረት በመከፋፈል ሂደት ውስጥ ተንኖ የሚጠፋ፣ መርህ-አልባ የመሸነጋገል አብሮነት ነው።

!
!
't_be_alone!
't_be_alone!
!
!

Waraanni koloneel Abiy uummata meesha maleeyyii ajjeesuu cimsee itti fufe.KMN:- Fulbaana 07/2020========================...
06/09/2020

Waraanni koloneel Abiy uummata meesha maleeyyii ajjeesuu cimsee itti fufe.
KMN:- Fulbaana 07/2020
=============================
Lixa Oromiyaa godina Qellem Wallaggaa ona Anfilloo ganda Shebellitti lafa qonnaan bulaa Duukkachee jedhamutti waraanni mootummaa gadaa aangoo mootummaa seeraan ala humna qawweetiin uummata nagaa ajjeesaaj ira.

Afaan qawweetin Umrii mootummaa kanaa dheereessuf qeerroo Oromoo lama kan meesha maleeyyii ta'an ooyiruu keessatti oomisha shunkurtii oomishatanii gabaaf dhiheessaa jiran bakka dalagaa isaaniitti halkan gaafa Fulbaana 01/2020 sa’aatii 9:00n deemuun qeerroo nagaa Ayyaanaa Firrisaa jedhamu ajjeessuun, hiriyaa isaa Tamasgeen Alamaayyoo jedhamu rasaasumaan rukuttee du'aa fi jireenya gidduu jira.

Qeerroon kun yaalii argachuuf illee lafti isaan itti rukutaman buufata fayyaa irraa sa'a 4:00 fagaata.
Waraanni mootummaa koloneel Abiy nama nagaa ajjeesuu araada godhate torbee kana qofatti gandichatti nama 3 ajjeesuun isaa ni yaadatama.

06/09/2020

Maqaan koo Asafaashi jedhama, umriin koo waggaa 26. Akka ummanni keenya feesbuuk irratti Rabbiin namaaf kadhatu ni beeka, Ijoollee hin qabu, Abban warraa koo dhiyeenya kan adunyaa kan irraa boqote. Dhibee cogaarra, kaleef malanooman baayyee waan natti guddateef Boru Opporeshin ta'uu waan deemuf maalo Rabbiin naaf kadhadha du'a'ii naa godhaa. Dubbistan qofa hin dhiisinaa SHARE gochuun nagargaara, wanti narra ga'e isin irra hin gahinii. Maalo SHARE godhaa na deeggaraa.

Badii Jawaar Ummata Oromoorratti taasisuuf deemuMootiin Girrisaa kun yeroo amma Koronaan adunyaa raasaa jiru kanatti  “G...
15/06/2020

Badii Jawaar Ummata Oromoorratti taasisuuf deemu
Mootiin Girrisaa kun yeroo amma Koronaan adunyaa raasaa jiru kanatti “GO FUND” jechuun diyaaspooraan ofii manaa osoo hin baane dhibeerra of baraaruuf jireenya isaa jiraachaa jira. Kun Jawaariif maddi galii akka dhaabbatu taasisee diyaaspooraarra doolaaraa funaanuuf waan rakkateef rakkoon guddaan akka Oromiyaa keessatti uumamu taasisuuf Go Fandii isaa corachuuf yaalaa jira.
Shirri badii jawaar amma irratti xiyyeeffate immoo waan isa hin ialaallannee fi ogummaa seeraa hin qabnerratti namoota yakka hojjachuun himataman Oromiyaa keessa deemee qorachuun “isaan balleessaa hin qaban mootummaa isaan dararuuf qabe, isaan tuquun Ummata Oromoo tuquu dha” jechuun hojii mootummaa nagaa ummataa eegsisuuf hojjataa jiru ummatatti xureessee ummataa fi qaamolee nageenyaa akkasumas namoota akka Dinquu dayyaasii fi kanneen biro yakka hijjataniin himatamaniif deeggartoota akka ta’a qeerroo tuttuquun okkorri guddaan akka dachee Oromiyaarratti ummamuuf hojjataa jira. Sana booda okkorri uumamee “Oromoon dhumaa jira “ jechuu Doolaara isaa Diyaaspooraarraa GO Fandii guurrachuu eegala. Kun Oromoof miti Jireenya Jawaariif malee. Mee natti himaa GO Fandi kanaan dura funaanaa ture maatii wareegamaa qeerroo kamiif gummache ? Hoji dhabdoota dargaggoo Oromoo kamiif deeggarsa kenne? Lammii maatii isaa qabsoon dhabe kam gargaare? Inumaa ofii isaaf mana baay’ee guddaa fi kan ammayyaa ta’e Finfinneetti bitatee, Konkolaataa itti tolu bitatee fedhu bale, fedhu Harargee bu’uun hiriiraaf ummata kakaasa.

Yaa ummata Oromoo … na caqasi … !

👉Okkorri badii lubbuu ilmaan keenyaa qaqqabsiisa
👉Okkorri wareegama sababaa fi yeroo malee tnu kaffalchiisu fida
👉Okkorri qabeenya keenya ilmaa guddifachuuf yeroo hamaa kana keessatti walitti qabnne mancaasuun qilee hiyyummaatti nu gata
👉Okkorri ” Oromoon biyya bulchuu hin danda’u”, “ Oromoon waliifuu galuu hin danda’u nuu jechaa turan sana dhugoomsa, orma nutti kofalchiisa.
👉Okkorri mootumma keenya amma waan hundaa ummatatu dursa jedhee hojjatu kana nu dhabsiisee gabrummaatti nu deebisuu mala.

Kanaaf Shira Jawaar qofa osoo hin taane kan eenyumaatuu haa ta’u nagaa fi jireenya keenya goolessu kanarra of haa eegnu, ilmaan keenya haa gorfannu, Jabaa fi jaarsoliin keenya nagaa fi bilisummaa ummataatiif malee olola shiraatiif akka gurra hin kennine adaraa isiniin jedha.

😭😭😭😭😭😭Mee Eessa Jirta DhugaaJira jedhi mul'adhuuDhiiga qarree qulqulluufFurmaata Dhugaa Laadhukan Nan baradhaaf baateeAl...
29/05/2020

😭😭😭😭😭😭
Mee Eessa Jirta Dhugaa
Jira jedhi mul'adhuu
Dhiiga qarree qulqulluuf
Furmaata Dhugaa Laadhu

kan Nan baradhaaf baatee
Albeen Wowworaanamtuu
Teenyee Si eegaa jirraa
Maaliif deebii nuun laattuu?

gara Jabeessa Namaa
nama Fakkii bineensaa
qashtii intala Badhaadhaa
kutee nyaate Nu Keessaa😭

Gadheetu Si Nyaatee
Sichi hin deebituu
Lubbuun kee Jannataan
Ciisee haa Boqatuu!

RIP!

Oduu Gaddaa                                                               የሃዘን ዜና Shamarree Qondaalee Daggafaa jiraattuu...
28/05/2020

Oduu Gaddaa
የሃዘን ዜና
Shamarree Qondaalee Daggafaa jiraattuu Godina Wallaga Bahaa Aanaa Boneyaa Boshee Ganda Boshee Timbaakkoo kan taate dhalattee umrii ishee waggaa 23 tti haala hin beekamneen caamsaa 19/2012 addunyaa kana irraa du'aan boqottee gaafa 20/2012 sirni awwaalchaa ishee Ganda Bure timbaakoo bakka bataskaana qulqulluu Maariyaamiitti kan gaggeeffame yoo ta'u
Seenaa ishee gabaabinaan bakka sanatti kan ibsame yoo tau bara 2006 kaasee waldorgommii ispoortii aadaa Aanaa hanga Federaalaatii kan hirmaachaa turteefi badhaasa garaa garaa dhuunfaa isheetti meedaaliyaa torba, Aanaaf waancaa ykn geeba 6Godinaafi oromiyaafis Geeba kan argamsiitee fi Maqaa godinaa fi oromiyaaa kan waamsisaa turte yoo tau kan namni wal oolfachuu hin dandeenyeen duaan boqot te.maatii hiriyootaa fi firoottan akkasumas maatiiwwan ispoortii fi hordoftota fi jaallattoota ispoortii maraaf jajjabina, lubbu isheef jannata hawwaa biyyeen itti haa salphatu

05/04/2020

Activist Caffee Raammis /Ali Alin Dhaamsa waraaana Bilisummaa Oromootif qaba Waa, ee Corona ilaalchisee

29/03/2020

donald j. trump🤭

Adresse

Haltern In Westfalen

Telefon

+16512393795

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von Taajuu shaw erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Videos

Teilen

Kunst & Unterhaltung in der Nähe


Andere Kunst und Unterhaltung in Haltern in Westfalen

Alles Anzeigen

Bemerkungen

🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
👉👉👉0974995442
👉👉👉0907483580
*እንኳን ወደ ኢሊምናቲ የምዝገባ መአከል በደህና መጡ። ማየት ማመን ነው ይህው ባሉበት ቦታ ሁነው የአባልነት ጥያቂ የጠየቁ ሰወች ገንዘባቸውና አይዲያቸው ተቀብለዋል
ብልህወች እየተቀላቀሉ ህወታቸወን እየቀየሩነው
አተስ/ች ለመን ከሰወበታች የሰው አገልጋይ ሆነው
እሰከመቸ ይጨቆናሉ ይሰቃያሉ አስኪ አንድ ግዚ ቆም ብለህ አስብ እስከመቸነው የምተሰቃይ አቆራጭ መንገድ እያለ ለምን ሞኝ ትሆናለህ አሁን ንቃ የአተን የቤተሰቦችህን ሂወት ቀይሩ :: ወስን ወስን❗ ወስን ወስን ❗❗❗❗❗
በቅድሚያ ለበግባት 100%ወስንክ/ሽ ከወሰኑ
ባላችሁበት ሆናችሁ አባል መሆን ትችላለህ። 100% ሚስጥር የተጠበቀ ነው
በቅድሚያ
1,መታወቂያ
2, ፎቶ
3, የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ አካውንት
4, አድራሻ
ተቀላቅላችሁ እንደጨረሳቹህ የሚሰጡ ጥቅሞች*
1➡500,000 የመጀመሪያ ክፍያ ይከፈልዎታል ETB
በየ ወሩ
2➡250,,000 ወርሀዊ ክፍያ ETB
3➡ ተአዋቂ ዝነኛ ዝፍኝ: አልያም አርሱወ የሚፈሉገት የዝና መንደር ይቀላቀላሉ
4➡►ማጂክ ሪንግ ቀለበት
5➡►የእጅ የወርቅ ሰአት
6➡►የ 6 ቀን የፓሪስና ግሪክ ጉብኝት
ጉብኝቱን የሚሄዱት ለመዝናናት ሳይሆን ስነ ፀሎቱን ለመቀበል እና ለመፈረም ነው።
📛►ወደ ቸርቻቺን አባል ያልሆነ ሰው መምጣት አይቻልም። በዚህ መሥፈርት ተስማመቶ
የሚላክለትን ፎርም እንደሞላ የምዝገባ ▬code ይሰጠዋል::
ያንን ቲን ነበር ለመሥዋት አቅራቢዉ በመላክ ክፍያዉን ይከፍላል።
ክፍያውም 1650 ብር ነው።ክፍያዉን እንደከፈለም ፎርም በሞላበት የቴሌግራም አካዉንት
1 የባንክ ቡኩን በፎቶ
2 የሂሳብ ቁጥሩን
3 ያለበትን ቅርንጫፍ ያስመዘግባል።
ያንን እንደጨረሰም በ 8 ሰ (1) ቀን ጊዜ ዉስጥ የተመደበለትን የገንዘብ መጠን በ
አካዉንቱ ገቢ ይደረጋል። ሌሎች የተቀመጡ ጥቅሞችን በቀጠሮ የሚረከብ ይሆናል።
◆ጥብቅ ማሳሰብያ◆
▬በየ ሳምንቱ የሚከፈለዉ ገንዘብ የሚጨምረዉ አባሎቺን ወደ ወንድማማቺነቱ ስያስገባ ነው
# ገቢ የሆነለትን ገንዘብ ከ ባንክ ማውጣትና መጠቀም ይችላል።
ከላይ በተጠቀሱት መስፈርቶች የማይስማማ ከሆነ የምዝገባ ፎርሙ አይላክለትም።
የሚስማማ ከሆነ ደግሞ የምዝገባ ፎርም በመሙላት ቲን ነበር እስከሚሰጠዉ ይጠብቃል።
የታላቁ ሉሲፈር አባል ለመሆን ስለመረጡን እናመሰግናለን።
ፍላጎት ያላችሁ ብቻ ደውሉልን
ስልክ ቁጥር:
0974995442
0907483580
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
በኢትዮጵያ🇪🇹 ለምዝገባ ሙሉ ውክልና የተሰጠው ብቸኛ ወኪል lol lord Lucifer
👇👇👇👇
☎☎☎ +251974777959
📞📞📞 +251974777959
📞📞📞 0974777959
666 ይጠንቀቁ ብዙወች እንመዘግባለን እያሉ እያጭበረበሩ ነዉ እንዳይታለሉ እኛ ጋር ይምጡ በማስረጃ ይመዝገቡ ።
☎️☎☎+251974777959
☎️☎☎ 0974777959
☎☎☎ 0974777959
ማየት ማመን ነው ይህው ባሉበት ቦታ ሁነው የአባልነት ጥያቂ የጠየቁ ሰወች ገንዘባቸውና
አይዲያቸው ተቀብለዋል።

በቅድሚያ ለመግባት 100%ወስንክ/ሽ ከወሰኑ
ባላችሁበት ሆናችሁ አባል መሆን ትችላለህ። 100% ሚስጥር የተጠበቀ ነው
○በቅድሚያ Process ለመጀመር የሚያስፈልጉ መስፈርቶች
1,መታወቂያ
2, ጉርድ ፎቶ
3, የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ አካውንት
4, አድራሻ
5, እና ለድርጅታችን 3550ብር ክፍያ ከፍለው ይቀላቀሉን
○ይሄን አድርጋችሁ እንደጨረሳቹህ የሚሰጡ ጥቅሞች
1➡ 200,000 የመጀመሪያ ክፍያ ይከፈልዎታል ETB
2 ➡ 500,000 ወርሀዊ ክፍያ ETB
3➡ በየ 6 ወሩ 1,500,000ETBይከፈለዎታል በተጨማሪም ታዋቂ ,ዝነኛ ሀብታም አልያም አርሰዎ የሚፈልጉት የዝና መንደር ይቀላቀላሉ
4 ➡►ማጂክ ሪንግ ቀለበት
5➡ ►የእጅ የወርቅ ሰአት
6➡ ►በመረጠበት ቀን የ 6 ቀን የፓሪስና ግሪክ ጉብኝት
🔴►ወደ ቸርቻቺን አባል ያልሆነ ሰው መምጣት አይቻልም። በዚህ መሥፈርት ተስማመቶ
የሚላክለትን ፎርም እንደሞላ የምዝገባ ▬code ይሰጠዋል::
ያንን ቲን ነበር ለመሥዋት አቅራቢዉ በመላክ ክፍያዉን ይከፍላል።
ክፍያዉን እንደከፈለም ፎርም በሞላበት የቴሌግራም አካዉንት
1➡ የባንክ ቡኩን በፎቶ
2➡ የሂሳብ ቁጥሩን
3➡ ያለበትን ቅርንጫፍ ያስመዘግባል።
ያንን እንደጨረሰም በ (48ሰ (2) ቀን ጊዜ ዉስጥ የተመደበለትን የገንዘብ መጠን በ
አካዉንቱ ገቢ ይደረጋል። ሌሎች የተቀመጡ ጥቅሞችን በቀጠሮ የሚረከብ ይሆናል።
◆ጥብቅ ማሳሰብያ◆
▬በየ ሳምንቱ የሚከፈለዉ ገንዘብ የሚጨምረዉ አባሎቺን ወደ ወንድማማቺነቱ ሲቀላቅል
ብቻ ይሆናል።
# ገቢ የሆነለትን ገንዘብ ከ ባንክ ማውጣትና መጠቀም ይችላል።
ከላይ በተጠቀሱት መስፈርቶች የማይስማማ ከሆነ የምዝገባ ፎርሙ አይላክለትም።
የሚስማማ ከሆነ ደግሞ የምዝገባ ፎርም በመሙላት ቲን ነበር እስከሚሰጠዉ ይጠብቃል።
የታላቁ ሉሲፈር አባል ለመሆን ስለመረጡን እናመሰግናለን።
🏫 አድራሻ አዲስ አበባ 4ኪሎ አርበኞች ህንፃ
ፍላጎት ያላችሁ ደውሉልን
☎☎☎+251974777959
📞📞📞📞📞 0974777959
📞📞📞📞📞 0974777959
📞📞📞📞📞 0974777959

ስለዚ አማኞች እባካችሁ ከ አጭበርባሪ ግለሰቦች ራሳችሁን ጠብቁ እንላለን‌‌

Translation: am-en
Lol lord Lucifer's
☎️🆔 +251974777959 📱
📱 +251974777959
Seeing is believing
Their ideas have been accepted
We are changing the live the intelligentsia
As a human servant of God
They will be oppressed and tortured until they stop and think for a moment
Why would you be so foolish when you have to suffer so much?
Change your life. Decide‼ Decide‼ Decide‼፦
👉👉በየትኛዉም ክልል ከተማ ላላቹ 0967285521 በዚ ቁጥር በቴሌግራም ያናግሩንወይም ከስር ያለዉን በመጫን በቴሌግራም አናግሩን👇👇
https://t.me/Rodinagent
❤️❤️ከፋይ ሹገር ማሚ
❤️❤️ የቤት ልጆች በሚስጥር ሴክስ የሚፈልጉ
❤️❤️ ሹገር ዳድና የካምፓስ ልጆችን ከፈለጉ ያናግሩን እንድሁም ከስር ያለዉን በመጫን ቻናላችንን ይቀላቀሉ join ያድርጉ👇👇👇👇👇
https://t.me/+g4KiJwbsgjU3NTc0
https://t.me/+g4KiJwbsgjU3NTc0
👉👉በየትኛዉም ክልል ከተማ ላላቹ 0967285521 በዚ ቁጥር በቴሌግራም ያናግሩንወይም ከስር ያለዉን በመጫን በቴሌግራም አናግሩን👇👇
https://t.me/Rodinagent
❤️❤️ከፋይ ሹገር ማሚ
❤️❤️ የቤት ልጆች በሚስጥር ሴክስ የሚፈልጉ
❤️❤️ ሹገር ዳድና የካምፓስ ልጆችን ከፈለጉ ያናግሩን እንድሁም ከስር ያለዉን በመጫን ቻናላችንን ይቀላቀሉ join ያድርጉ👇👇👇👇👇
https://t.me/+g4KiJwbsgjU3NTc0
https://t.me/+g4KiJwbsgjU3NTc0
Waaqayyo Sii haa fayyisu
as wr wb
Rabbin Sii Gargarina
Waqaayo si ha maru
Waqayoon sii haagargara him daddaya
Hi
Waaqayyoo si,maruu wantii isaa dadhabamuu hin jiruu maqaa. iyyesusi ama fayii ademii
Maafan uumamee
Inni Naman Dadhabamee Waaqaan Ni Danda,amaa Waaqi Si Gargaaruu
baay'ee namaa gadisesaa dhigaa kane kahee rabbi haa baasu .kichu intela oromo kera sihi deebisan? Ufe
Rabii sii maruu
#}