Kaasa Areeraa Kitaaba Kuusa Walaloo
Saphaloo Kadiir Dhiheenyatti isin biraan geenya.

Walaloon damee hog-barruu keessaa isa hangafaa yoo tahuu daranuu jechoota mimmi'aawa fi gaggababaa hikka qabeessa fi adeemsa muziiqawaa tahaniin waan barreeffamuuf jaalatamummaan isaa baayyee dabalaa kan deemuu dha. Garuu hog-barruun keenyaa kan Afaan Oromoo kanneen Afaan birootii waliin yoo madalchifnu wanti irratti hojjatamee fi argaa ummaataatiif gahee baay'ee xiqqaa tahuu qofa osoo hin taane

du'aa tahuu namatti mul'isa. Kanaafuu akkuma Saboota biraa artii fi hog-barruu keenya bal'aa fi garba tahan kana warabnee harka ummataatiin gahuutu nurra jiraata kayyoo ja'uun qaba. Aniis gama kootiin gumaata koo kitaaba walaloo mata duree CIMIMMUU fi KAASA AREERAA ja'uun barreessee xumureen jira. Wayta ammaa garuu kitaaboota lamaan walitti ida'uu (makuun) KAASA AREERAA kan ja'uun maxxansee ummata biraan gahuuf tattaafachaan jira.

14/05/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Mohammed Sani Ka Abrahim, Gãdisa Î Ûmâr, Guddataa Baatii GB, Zakkaariyaas Abduu

03/02/2024
26/12/2023

Dhaloota wadubbisee hubatu Ijaaruun Badhaadhina Biyyaa Dhugoomsuudha! | Prime MediaSubscribe to our YouTube channel shorturl.at/dklLOPrime Media is an East A...

Adresse

Ethiopia
Adama
NONE

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Kaasa Areeraa publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager

Type