Ahmed Oro-Arsi MBA

Ahmed  Oro-Arsi MBA Informations de contact, plan et itinéraire, formulaire de contact, heures d'ouverture, services, évaluations, photos, vidéos et annonces de Ahmed Oro-Arsi MBA, Art du spectacle, Adama.

14/10/2019

2019 Nobel Peace Price winner, President Abiy Ahmed of Ethiopia 🇪🇹 with President Paul Kagame Of Rwanda 🇷🇼. Two great sons of the land

02/05/2019

Aanole lafa seena Yaadannoo woreegamtootaa ti malee iddoo siyaasaa akka ta'u ummanni Oromoo hin eeyyamu !! Kan ummanni Oromoo Gaafatu Aanolee iddoo qorannoo fi qo'annoon saayinsaawaan itti gaggeeffamuu fi dhaloonni boru seenaa badaa kana gara jaalalaa, tokkummaa fi waliin jireenyaatti jijjiiree hammayummaa oromoo iddoo ittiin ibsinu ta'uu qaba. Mootummaanis akkuma gaafa duraa eenyuyyuu caalaa itti yaadee kunuunsuu haromsuu fi wantoota naannoo sanatti barbaachisan kanneen akka banneen barnootaa fi bu'uuraalee misoomaa gutuuf ni hojjata.
Ummanni naannoo keenyaas iddoo seena qabeettii tana kunuunsee seenaa dhalootaa darbu hojjachuun ijaaramuu siidaa yaadannoo woreegamtootaa kana irra gama hundaan akka fayyadamuuf hojjachuu qaba.

Adresse

Adama

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Ahmed Oro-Arsi MBA publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager