Hayyu fkr

Hayyu fkr Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hayyu fkr, Art, Abu Dhabi.

09/08/2026
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
08/08/2026

🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

Gooticha lafti Sikkoo mandoo biqilchitee faannoof gumaachite🫣
08/08/2026

Gooticha lafti Sikkoo mandoo biqilchitee faannoof gumaachite🫣

Comment barreessuuf hin jarjarin🤣🤣🥱
07/08/2026

Comment barreessuuf hin jarjarin🤣🤣🥱

Nabi Muhaammad ۞ﷺ۞ akkana jedhan:•••••••••••••••••••••••••۞﷽۞••••••••••••••••••••••••"Mu'uminni kamiyyuu rakkina, dhukku...
07/08/2026

Nabi Muhaammad ۞ﷺ۞ akkana jedhan:
•••••••••••••••••••••••••۞﷽۞••••••••••••••••••••••••
"Mu'uminni kamiyyuu rakkina, dhukkuba, yaaddoo, gadda, dhiphina sammuu, yookaan qoree qoree illee hin rakkatu, sababa kanaan Rabbiin cubbuu isaa tokko tokko balleessuu malee."
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
Dhukkubbiin hundi kaayyoo qaba.Rakkinni
kamuu Rabbiin biratti qisaasama. Dhukkubni hundi, yaaddoon hundi, gaddi hundi, qoree qoree illee yeroo obsa qabaattee mindaa Isaa barbaaddu cubbuu kee haquu danda’a.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
Kanaaf guyya rakkisa kessa abdii hin dhabina Rabbiin karaa ati arguu hin dandeenyeen si qulqulleessaa jira.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
Rakkoo keenya Rabbiin karaa araarama nuuf
haa godhu. Āmīn jedhamuun beekama.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
✨Asumaan Nabiyyichaa ۞ﷺ۞ Iràti Sålawãta
busuu hin dagatinaa Yaa gabrootaan Rabbii
اللَهُمَّ صلِّ وسَلِم وبَارِك على سيدنا مُحمَّدْ ﷺ

01/08/2026

Mootiin bineensaa leenca yoo jenne mootiin dhiiraatis shamarran keenya 🤸
Yoo didan💊

01/08/2026

Address

Abu Dhabi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hayyu fkr posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category